Muslimota Gimbi

-fooddan kun kan dhaabbatte oddefanno garaa garaa muslimoota gimbi jiraa cha jirnin ga'uu.
-keessuma yeroo hamma didda uumanni muslima habashiin(majalisa)aangoo dhamsiisuudhaan fillanon akka deemsifamu tasifama jiru kanarratti muslimonni gimbi hoo akkamitti gahee isaani ba'uu danda'uu jedhu irratti yaada wal jijjiruf.